Waaqlaal /Damboobaa on Clubhouse

Updated: Sep 12, 2023
Waaqlaal /Damboobaa Clubhouse
642 Followers
657 Following
@aazulee Username

Bio

Faaruu Alaabaa Oromoo hindagatina..
-----
Alaabaa Oromoo ibsituu dukkanaa
Guyyaa si dhaabbannee garbuummarraa baanaa
----
Kum-kumnillee du'uu kan hafeen sii dhaabnaa
Falmaa irraa hin deebinuu tarreerra dhabaannaa
----
Alaabaa Oromoo ibsiitu dukkanaa
Guyyaa si dhaabbannee gabruummarraa baanaa
-----
Dhiigan siif facaasaa lafeen sif bobeessaa
Oromiyaarratti gad-suman dhaabsisaa.
----
Alaabaa Oromoo ibsiitu dukaanaa
Guyyaa si dhaabbannee gabrummarraa baanaa
-----
Dhiiraa dhalaa keenyaan bakkuma jiiranii
Gad sidhaabuuf jecha falmaratti dhumanii
-----
Alaabaa Oromoo ibsiitu dukkaana
Guyyaa si dhaabbannee gabrummarraa baanaa
-----
Si dhaabbannee bullaa guyyaa tokko taatullee
Guyyaan sun ni dhufa hangam yoo turellee
-----
Alaabaa Oromoo ibsiitu dukkannaa
Guyyaa si dhaabbanne gabrummarraa baanaa
------
Asxaa sirna haarayaa abdii walabummaa
Dhiigaan gad si dhabnaa yaa faajjii tokkummaa
----
Alaabaa Oromoo ibsiitu dukkaanaa
Guyyaa si dhaabbanne gabrummarraa baanaa
-----
Balali'uuf teessaa atis tarree galtee
Mallattoo mootummaa Oromiyaa taatee
----
Alaabaa Oromoo ibsiituu dukkanaa
Guyyaa si dha

Member of

More Clubhouse users