Kuni ijoollee Oromo Norway Jiraatanif kan banamee dha. As gubbaa irratti waan adda adda wal barsifna, ni bohaarra akkasumas waa’ee dubbi seriøs taa’ee irraa’is ni odeysina. Community Kenya kan Norway kessa jiru kana walin irrati ma’anna. Namni wal hin beynes, as gubbati wal barachu dandeysan. Yoo Gaaffi qabaattan @Aymenator qunnamaa. Galatomaa ijoollee qaali oromo ❤️
Wal Kabajaa: Kabajaa malee garuu demu hin dandenyu
Walif yaadaa: Walif yaadaa hoggu jennu, haamtu walittii hin yaadinaa jechufi
Nama arrabsun hin danda’umu: Yoo nama arrabsite, dhifama wajjin; nu dhisi demii.
Wal Kabajaa
Kabajaa malee garuu demu hin dandenyu
Walif yaadaa
Walif yaadaa hoggu jennu, haamtu walittii hin yaadinaa jechufi
Nama arrabsun hin danda’umu
Yoo nama arrabsite, dhifama wajjin; nu dhisi demii.
Day | Members | Gain | % Gain |
---|---|---|---|
June 12, 2024 | 134 | +2 | +1.6% |
March 13, 2024 | 132 | 0 | 0.0% |
January 23, 2024 | 132 | +2 | +1.6% |
December 10, 2023 | 130 | +1 | +0.8% |
November 01, 2023 | 129 | +1 | +0.8% |
October 02, 2023 | 128 | 0 | 0.0% |
September 02, 2023 | 128 | +2 | +1.6% |