United We Success, Divided We Fail! Tokkummaan Qabsaa’uun QBO galma geessa, wol qooduun gargar nu facaasa! Tokkummaan Humna!! WBO’n haa waaru!
Tokkummaa keessoo keennaa cimsuuf akka aadaa Oromootti: Naamusaan wol dhageeffachuu fi yaada wolii kabajuun mari’achuu. Wol arrabsuu irraa of qusachuu. Tartiiba eeggachuun haasahuu, yeroo keenyatti sirnaan fayyadamuu. Oromummaa leellisuu irratti wol cimsuu
Yaada Burqisiisuu ilaalchisee: Namni kamiyyuu yaada QBO utubu kamiyyuu dhiyeessuun tokkummaa keenya itichuu irratti xiyyeeffachuun yaada isaa bilisaan dhiyeessuu qaba. Aadaa Siyaasaa Ammayyaa fi Sirna Gadaa keenya cimsu hordofuu.
Wontoota sirnaan irraa of qusachuu qabnu: Amantiin wol qooduun, Kutaan(koonyaan), qooqaan fi lagaan wol qooduun, Haasaya jibbiinsa nama dhuunfaa miidhu dhiyeessuun nama arrabsuun dhoorgaa dha. Icciitii QBO diinaaf dabarsuu irraa of qusachuu.
Day | Members | Gain | % Gain |
---|---|---|---|
June 02, 2024 | 362 | +3 | +0.9% |
March 08, 2024 | 359 | 0 | 0.0% |
January 18, 2024 | 359 | +1 | +0.3% |
December 05, 2023 | 358 | 0 | 0.0% |
October 29, 2023 | 358 | 0 | 0.0% |
September 29, 2023 | 358 | +2 | +0.6% |
August 30, 2023 | 356 | 0 | 0.0% |